إِنَّ أَوَّلَ بَيْتٍ وُضِعَ لِلنَّاسِ لَلَّذِى بِبَكَّةَ مُبَارَكًا وَهُدًى لِّلْعَٰلَمِينَ {3:96}

Makkaa

Dhugumati manni jalqaba ilma namatiif hala barakeeffamaafi aalama hundaaf qajeelfamaa ta’een kaayame isa Bakkaan (Makkaan) jiru dha. Aali Imran 3:96

ለሰዎች (መጸለያ) መጀመሪያ የተኖረው ቤት ብሩክና ለዓለማት ሁሉ መመሪያ ሲኾን ያ በበካህ (በመካ) ያለው ነው፡፡ (Al-Imran 3:96)

Published by Giddishow kedir

Assalamu Aleykum Warahamatulahii Wabarakatuhuu

አስተያየት ያስቀምጡ

Design a site like this with WordPress.com
ጀምር